Tuesday, 26 May 2015

Poolisoonni Keeniyaa 25 Har’a Haleellaa Shoroorkeessitootaan Ajjeefaman


  Caamsaa 26/5/2015

Poolisoonni Keeniyaa 25 har’a haleellaa shoroorkeessitootaan ajjeefaman

Poolisoonni Keeniyaa 25 har’a haleellaa shoroorkeessitootaan ajjeefaman
Haleellaa shoroorkeessitoonni har’a raawwataniinn poolisoonni Keeniyaa lakkoofsaan 25 ga’an du’aniiru.
туристический онлайн-справочник
Лучшие Андроид планшетыBalaan kun kan mudate Boombii karaa irratti kiyyeeffameen akka ta’e gabaafameeKonkolaataan poolisoonni biyyattii ittiin imalaa turan boombii kiyyeeffame kanaan waan barbadaa’eef poolisoonni 25 akka du’anidha kan himamaa jiru.
Haleellaa kana gareen shoroorkeessaan Alshabaab jedhamu raawwachuu hin oolu jedhameera.
Pireezidaantiin biyyttii Uhuruu Keeniyaataa gadda poolisoota du’aniin itti dhaga’ame maatiiwwan poolosotaatiif ibsaniiru.
Baatii Ebilaa darbe keessa haleellaa haala walfakkaatuun shororkeessitoonni garee Alshabaab yuuniivarstii biyyattii Gaarisaa jedhamu irratti raawwataniin Namoonni  lakkoofsaan 148 ta’an akka du’an ni yaadatama. BBC tu gabaase.

No comments:

Post a Comment