Ijipititti Dooniin Fosforos toonii 500 feete dhidhimte
Magaalaa Ijipit Qeenaa jedhamtutti Dooniin Foosforos toonii 500 feete akka dhidhimte gabaafameera.
Doonittiin Dhakaa Daandaaraa jedhamutti erge buutee booda dhidhimte jedhameera.
Kana boodas ministeerri jallisii Ijipit jiraattoonni naannichaa Bishaan Abbayyaatti akka hin fayyadamneef labsii yeroo ariifachiisaa baaseera.
Oduu himaan ministeerichaa Kaaleed Waaseef ahram online’tti akka himanitti Fosforosiin Doonii dhidhimte irratti fe’ame bishaan keessaa akka ba’uuf carraaqqiin taasifamaa jira.
Fosforosiin kan hin baqneefi bishaan summeessuuf humni qabu gadi aanaa ta’ullee ministeerichi sochii bal’aa taasisaa akka jirudha kan eerame.
Gargaaraafi kaappiteeniin Doonittii utuu hin miidhamin akka ba’an himaeera.
Lammiiwwan Gibtsi jireenyi isaanii Bishaan Abbaayyaa irratti kan bu’uraaye yammuu ta’u waggaa waggaadhaan Bishaan meetir kiyuubii biiliyoona 55 caalu Abbayyaa irraa argatu.

No comments:
Post a Comment