Ittuman jira! Yoo Waaqayyo jedhe ammaan kitaaba koo haaraa xiinxala seenaa hayyoota Oromoo bebbeekamoofi hojii isaanii siniin baasuuf jedha. Hayyoota keessan waa'ee isaanii beekuu barbaaddan bifa kitaabaan qindeesseen isiniin ga'uuf torban muraasan lakkaawwachaa jira...gamanumaan ammoo Afaan Oromoo afaan hojii federaalaa Itoophiyaa ta'uu danda'uusaatiif xiinxala gabaabaa tokkos itti dabaleen waliin muldhisa!!! Kunooti ammayyuu barreessuuttan jira! Isinoo maalitti jirtuu?
No comments:
Post a Comment