Mootummaan Waayyaannee Akkuma Amala Isaa, Gandarraa Deemun ummata gowwomsuuf yaali godhee hin milkoofne.
Filannoon biyya Itoophiya keessatti adeemsifama ture Dimookiratawaa jedhamee maqaan keenameef malee dhugaan jiru kana miti. Yeroo hedduun filannoon adeemsifamu gowwomsa uumata fakkata. bara kanaas, gandaa keessa deemun uummanni akka isa filatuuf mallatteessisuun gowwomsuun hojii isaati. Filannoo bara kana irraattis tokko shaneefi Rayyaan akka filataanif hawaasa keessa deemun gowwoomsuufi dorsisaa akka jiru ifaadha.
Dabalataan mootummaan sagalee haatuudhan isaa hangaaffati.! filannoon bara kana uummaanni Oromoo daqinsaan akka ka'ee wal namaa hin gaafachisu. Kanaaf carraa filannoo kanaatti gargaramuun sagalee kunnu qofa osoo hin taanee sagalee keenya Tiksuunis gahee keenyadha.
Mootummaan uummata Gowwomsuufi Akka isaa filataan ummaannii ragaadha. Mee vidiyoo gababduu kanaa dhageeffadha.
Uummata Samuun haa gahu!!
Uummata Samuun haa gahu!!
No comments:
Post a Comment