Garba Mediteraniyaatin Gubbat ijoollen Baalee Roobe 30 lubbun isaan darbun mirkana'e .
Raadiyoo Daandii Haqaatiin
Kiibxata Camsaa 4 /2007
Kiibxata Camsaa 4 /2007
Lammiiwwaan Biyya Keenya kan Garba Mediteraniyaatin Liqimfamaan gidduu ammas Dhalaatooni Baallee Roobe 30 kan Jirani fi Maqaan issaanis Madden RDH Liibiya irra nuf gabaasan .
Dhiheenya kana Lammiiwwaan Biyyoota adda addaa irraa Jiruu issaani foyyeefatuf gara biyya Awuropaati Sudaan irran gamma liibiyaa , Liibiya irra ammo doonin Ixaaliyat baqataa turan Galaana Mediteraniyaa irrat nyataman 700 keeysaa issaan 16 Lammiiwwaan biyya keenya musliimmoota kan tahan 8 Magaala Finfineef Obolewwan keenya Ijoole oromoo Baale Ana Dello Mennaa irra yommu tahan Guyaa hardha akka odeeyfanoon nu dhaqabeet Ijoolen Baale Roobe 30 kan Lubuun isaan darbe tahe beekun dandahameera .
Dooni kana gubba ijoolen lammiwwan keenya gara 80 oli yommu tahan hamma ammat odeeyfanoo nu dhaqaba jiru keeysa lubbu nama tokko qofat hafe jechuun madden nuf gabaasaru .
Hamma ammat odeeyfano nu dhaqabeen maqoota obolewwan keenya ijoole Roobe kan isinif ibsinuuf maqoota fi Gandaa fi Anna obolewwan issan bira ammo yeroo odeeyfanoon nu dhaqabe kan isiniiif gabaafnu taha .
Hamma ammat odeeyfano nu dhaqabeen maqoota obolewwan keenya ijoole Roobe kan isinif ibsinuuf maqoota fi Gandaa fi Anna obolewwan issan bira ammo yeroo odeeyfanoon nu dhaqabe kan isiniiif gabaafnu taha .
Inalilahi Waina Ileyhii Raji'uun !
Yaa Rabbi obolewwan keenya qubtuma isaan janatal firdowsi nuf godhii !
Maqoota obolewwan keenya Baalee robee haala arman gadiin isinif tareetsina Rabbin qubtuma isaani janatul firdewsu ha taasisuu .
1, Jibril Gobee
2, Muftahidn Ahemed
3, Abdulhafiz Muktaar
4, Muaaz Faqii
5, Mubaark Muhamed Jeylan 0
6, Fuaad Abdul hakkim
7, Yisaaq Muhamed
8: Sufiyaan Kadiir
9 ,Muu'az abduselaam abdulqadir
10 , hamzaa Abduselaam
11, Calla Ibrahim
12, Idirs Muhamed
13, Ahmed Muhmed
14, Hamzaa Mudmed
15 , Hamzaa Hasen
16, Bayaan Jeylaan
17, Suuudii Abdul qadir
18, Abdulhafiz kadir ibrahim
19 , Abdulbasix kamaal
20, Ibroo Hajjii Robaa
21, Zubeer Abduljabaar
22, Anewar Umer Aliyyi
23, Kadir Rorisaa
24, Abush Ashenafii
25, Ahmed kadiir
26, Abdii Awaal
27, Muzeyaan Abdulqadir
28, musbahaa kadir walliyyi
29, Abduu Jarsoo
30, Redwaan huseen kadiir akka tahaan tahu madden keenya Liibiya irra nuf gabasaniiru .
2, Muftahidn Ahemed
3, Abdulhafiz Muktaar
4, Muaaz Faqii
5, Mubaark Muhamed Jeylan 0
6, Fuaad Abdul hakkim
7, Yisaaq Muhamed
8: Sufiyaan Kadiir
9 ,Muu'az abduselaam abdulqadir
10 , hamzaa Abduselaam
11, Calla Ibrahim
12, Idirs Muhamed
13, Ahmed Muhmed
14, Hamzaa Mudmed
15 , Hamzaa Hasen
16, Bayaan Jeylaan
17, Suuudii Abdul qadir
18, Abdulhafiz kadir ibrahim
19 , Abdulbasix kamaal
20, Ibroo Hajjii Robaa
21, Zubeer Abduljabaar
22, Anewar Umer Aliyyi
23, Kadir Rorisaa
24, Abush Ashenafii
25, Ahmed kadiir
26, Abdii Awaal
27, Muzeyaan Abdulqadir
28, musbahaa kadir walliyyi
29, Abduu Jarsoo
30, Redwaan huseen kadiir akka tahaan tahu madden keenya Liibiya irra nuf gabasaniiru .
Rabbiin obolewwan keenya Qubtuma isaan Jaannaata haa taasisu !
Nuuti Qopheesitooni RDH mattiiwaan issaniif Firootan issaniif akka Rabbiin Sabrii issaani keenu Hawiina.
Odeeyfano Qabsoo Hawaas Muslimaa Hordofuufi Peegii keenya like godha Hariyoota keeysanis itti Afeera.
https://www.facebook.com/RaadiyooDaandiiHaqaa
https://twitter.com/rdh_haqa
http://daandiihaqaa.net/
lakkofsa Whatsupp +474514685
Skype Daandii.Haqaa
https://www.facebook.com/RaadiyooDaandiiHaqaa
https://twitter.com/rdh_haqa
http://daandiihaqaa.net/
lakkofsa Whatsupp +474514685
Skype Daandii.Haqaa
No comments:
Post a Comment