Caamsaa 23,2015 Naqamte
Halkan edaa barattoota hedduu irraa interneetii fayyadamaa jirtu jechuun Jilli ukkaamsitoota Wallagga bahaa Ahimad nama jedhamuun durfamu doormiitaroota qabatee barattoota Yuuniverstii Wallaggaa gidirsaa bule.
Qaamota hojii basaasaa hojjetuuf caasaa nama Malaaxaa Marabbaa barataa jedhamuun durfamu kan bobbaase barattootarraa waraqaa eenyummaa funaanaa jira Hanga ammaatti barattoota hedduurraa waraqaa kan fudhate too ta’u muraasisaanii

Dastaa ykn Oromiyaa Moosisaa Fufaa waggaa darbe Naqamtetti hidhaa kan ture walga’ii W ayyaanee ganna darbeerratti reebamuun miidhamee Xiqur Anbassaa ykn Hospitaala kan ture,torbee tokko duras qaama Wayyaaneetiin miidhamee Yuunibarsiitii Wallaggaa keessatti kan harkasaa gubba waraannameefi
Moyiibul Misgaanuu barataa fi waggoota jahaaf manabarumsaarraa kan arii’amaa turee fi waggaa darbe maa’ikelaawwi kan ture
Dhinsaa Abarraa waggaa darbe mama hidhaa kan ture wayita ammaa kana waraqaa eenyummaa irraa fuudhamuun gadibahuufi olgaluu kan hin dandeenye ta’uun beekamee jira
No comments:
Post a Comment