Thursday, 7 May 2015

Oduu Baqattoota Itiyoophiyaa biyya Libiyaa


Baqattoota Itoophiyaa Libiyaa jiraan caamsaa 7/2015 gara biyya biyaati deebisaan. Baqattootni kun rakkoo hedduu kan argaanifi guyyaan kan itti dukana'ee mootummaan Masirii Abdulfattaah Al- Sisii libiyaa fudhuun gara biyyati akka deebi'aan gargaasan godheenidha. Akka mootummaan Masirii jedhaaniti lammiilee Afrikaa  Libiyaa keessa rakkoo cimaa keessa jiraan kan gargaruu ta'a jedhani. Baqattoota Itoophiyaa Libiyaa baasun gara biyyatti deebisuuf carraqi godhaanin milka'uu isani gammaachuu qabaan  ibsaan jiru. 
.

No comments:

Post a Comment