Ministeeri Qunnaamtii Itoophiyaa Duraannii Obboo Barakat Simoon Du'aan Addunyaa irra Boqochuun Isaani Shakkii Keessa Gale Jira.
Ministeeri Qunnaamtii Itoophiyaa Duraanniifi gorsaa mootummaa Itoophiyaa kan ture Obboo Barakat Simoon dhukkubaa Oneetiin qabamuun biyya Sawudiitti yaalamaan kan turaan yoo ta'u yeroo amma kana lubbuun jiraachuun isaani shakkii keessa kan jiruudha. Akka marseerittiin adda addaa jedhaaniti garuu, lubbuun kan hin jire ta'u ibsamaa jira.
No comments:
Post a Comment