Riik Maachaar pireezidaant Saalvaakiir hanga halkan har’aatti taayitaa akka gadilakkisaniif akeekkachiisan
Adoolessa Pireezidaantiin Suudaan kibbaa Saalvaakiir hanga halkan har’aatti taayita akka gadilakkisaniif itti aanaan isaanii kanaan duraa Riik Maachaar akeekkachiisaniiru.
Maachaar Keeniyaa Naayiroobiitti ibsa Gaazeexeessitootaaf kennaniin barri taayitaa pireezidaant Saaklvaakiir har’a akka xumuramu dubbataniiru.
Kanaafis Kiir hanga halkan har’aatti taayitaasaanii karaa Nagaatiin gadilakkisuudhaan biyyattiitti filannoon haqa qabeessi akka adeemsifamuuf karri banamuu qaba jedhaniiru.
Pireezidaant Saalvaakiir taayitaarra turuuf jecha heera mootummaa fooyyessuuf carraaqaa jiru jechuudhaanis Riik Maachaar qeeqaniiru.
Pireezidaantichi taayitaasaanii karaa seera qabeessaan gadi lakkisuu hin barbaadan kan jedhan Maachaar jala bultii ayyaana waggaa 4ffaa biyyattiin Suudaan irraa fottoquun of danda’uun biyya itti taatetti yaaddoon akka uumames ibsa kennan kanaan Maachaar eeraniiru.

No comments:
Post a Comment