Monday, 1 June 2015

Ummaanni Oromoo Afoola Qaba. Quqamaa Garaa Isaa Ibsaachuuf Afaan Isaati Dhimma Ba'aa. Afoola Keessa Sirbii isaa Tokkoodha.Maal waayya yaa simbiroo koo!



Maal waayya yaa simbiroo koo!

            
Ilmaan Oromoo hundaaf dhageeffadha itti bohaara!!    
Maal waayya yaa simbiroo koo!
Bakkaa qalbiin jiruu garaan jira yommillee
Maal wayyaa yaa simbiroo koo
sumaatuu caala qommoo koo ormii
beeknee malee 
Mal wayyaa yaa simbiroo koo
Allaatti ta'ee ballee hin qabuu
Maal wayyaa yaa simbiroo
Silaalee dhufee ijaan si argaa
Maal wayyaa simbiroo koo
Osoon imimmaan sif lolaasuu
Maal wayyaa yaa simbirii koo
Bulee ga dubbiin hundaa caala
Maal wayyaa yaa simbiroo koo
Albee qaraan jalaa ka'u
Gachaana abba kiyyaa badhaa
Seenaa lammii gatee ta'uu jabaadhu
nan jajjaadhaa




No comments:

Post a Comment