
Guyyaa haaraa warani wayyanee Agaziin 5 yoo ajjeffamaan afur(4) madawaniiru.qotee bultoota keessaa 15 yoo madawaan 2 lubbuun darbeera. Namoota lubbuun isaani isaani darbee keessa Durbee Caltuu Taressaafi Dajanee Bayisaa yoo ta'aan Taammiruu Lataa Jaldu irraa Girmaa Bayeessaa Olonkomii irraa waraana humnoota badii Mootummaa Wayyaaneetiin rukutamanii yeroo ammaa kana hospitaala phaawulositti kan yaalamaa jiran yoo ta'u dhiigni isaanii dhangala'e bilisummaa uummata oromoof jechaa
No comments:
Post a Comment