Friday, 11 September 2015

Ameerikaan qondaaltota Hamaas afurii fi kaampaanii paartichaa Saawud Arabiyaa jiru tokkoorra qoqqobbii keesse.

Ameerikaan qondaaltota Hamaas afurii fi kaampaanii Paartichaa tokko irra qoqqobbii keesse

Ameerikaan qondaaltota Hamaas afurii fi kaampaanii Paartichaa tokko irra qoqqobbii keesse
 Ameerikaan qondaaltota Hamaas afurii fi kaampaanii paartichaa Saawud Arabiyaa jiru tokkoorra qoqqobbii keesse.
Ameerikaan qoqqobbii kana kan irra keesse garee paalastaayin keessa sosocho’u kanaaf deggarsa maallaqaa ni kennu jechuuni. Namoota qoqqobbiin kun irra kaa’ame keessaa Hogganaan Biiroo Siyaasaa Hamaas Saaliih Al Aruurii jedhamu tokko yammuu ta’u, maallaqa garichaa isatu naannessa jedhamuuni qoqqoobbiin kun kan irra kaa’ame.
Kaampaaniin Saawud Arabiyaatti argamu ‘Asiyaaf Internaashinaal Hooldiing’ jedhamus madda maaallaqaa garichaati jedhamuuni qoqqobbiin kun kan irra kaa’ame jechuun Rooyitars gabaaseera.

No comments:

Post a Comment