#Hidhamtoota-Mootummaan Wayyaanee dhimma himannaa siyaasaa namoota 528 addaan kutuu beeksise.
Abbaan alangee federaalaa, Geetaachaw Ambaayee, har’a akka beeksisetti, himannaan hidhamtoota siyaasaa kan dhimmi isaanii mana murtiin laalamaa ture 528 marsaa duraatin addaan citeera.
Himatamtoota kanneen keessaa 115 mootummaan federaalaatu himannaa isaa irraa kaase.
HIdhamtooti 413 kan mootummaan naannoo Kibbaa murteessee dhiyeeffate.
Akka kanaan hidhamtooti siyaasaa 413 kan mormii Geede'oo fi Koonsootti ka'een hidhamanii dha.
Namoonni kanneenis Roobii ganamarraa eegalee akka gadhiifaman ibsameera

No comments:
Post a Comment