Thursday, 1 December 2016

Gaafif deebi Obboo Yaazoo Kabbabaa Raadiyoo Simbirtuu waliin godhe. Summiin Waraanamu isaa Ibsa kenne jira.

Dhimmi Summiin Waraanamuu Yaazoo Kabbabaa Ifa Taasifame |Simarsan

 Dhimma hoogganaa Qeerroo Bilisummaa kan ture Obbo Yaazoo Kabbabaa summiin waranamuufi namoota shakkamaniin wal-qabatee yaada Yaazoo fi nam-biraa caqasaa.
Raadiyoon Simbirtuu haala kanaa gadiin haasofsiise 
https://www.youtube.com/watch?v=4TtYWM3O9yY

No comments:

Post a Comment