Muummichi Ministera Itoophiyaa, Haylamaaraam Dassaalenyi, kaabinee miseensota 30 o fkeessaa qabu ifa godhe. Kabineewwaan mudamaan keessa OPDO nama 8tu argama. Namoonnii kuni namoota hojiif ta'aan osaa hin taanee maqaaf kan ta'aanidha.

A. Maqaa ministerootaa:
1. Demeke Mekonnen (Amaara), itti-aanaa Muummicha Minsteraa fi itti gaafatamaa dhimmoota hawaasumama;
2. Debretsion G. Michael (Tigraay), itti-aanaa Muummicha Minsteraa fi ministera Odeeffannoo Teknolojii;
3. Aster Mamo (Oromoo), itti-aantuu Muummicha Minsteraa fi minister of tajaajila hawaasaa;
4. Sirag Fergessa (Silxee), ministera Ittisaa;
5. Tewodros Adhanom (Tigraay), ministera Haajaa Biyya-alaa;
6. Kassa T. Brehan (Agaawu), ministera Dhimmoota Federaalaa;
7. Getachew Ambaye (Amaaraa), ministera Haqaaa;
8. Abdulaziz Mohammed (Oromoo), ministera Maallaqaafi Diinagdee;
9. Tefera Derebew (Amaara), ministera Qonnaafi misooma Qabeeya uumaa;
10. Shiferaw Shigute (Sidaamaa), ministera Barnootaa;
11. Abiy Ahmed (Oromoo); ministera Saayinsiifi Teknolojii;
12. Ambachew Mekonnen (Amaaraa), ministera Ijaarsaa;
13. Ahmed Abetew (Amaaraa), ministera Industirii;
14. Worqneh Gebeyehu (Oromoo), ministera Geejjibaa;
15. Damitu Hambissa (Oromoo), ministera Worshaalee Mootummaa;
16. Yacob Yalla (Gaamoo), ministera Daldalaa;
17. Tollosa Shagi (Oromoo), ministera Albuudaa, Anniisaafi Boba’aa;
18. Sileshi Getaneh (Oromoo), ministera Misooma Horiifi Qurxummii;
19. Kesetebrehan Admasu (Guraagee), ministera Fayyaa;
20. Abdulfetah Abdulahi (Somaalee), ministera Hujiifi Dhimma Hawaasummaa;
21. Mekuria Haile (Guraagee), ministera Misooma Manaafi Magaalotaa;
22. Motuma Meqassa (Oromoo), ministera Bishaan, Jallisiifi Eletiriikii;
23. Aisha Moussa (Afaar), ministera Aadaafi Turizimii;
24. Shiferaw T. Mariam (Hadiyyaa), ministera Tika Naannooofi Bosonaa;
25. Zenebu Taddese, ministera Ijoolleefi Dubartii;
26. Redwan Hussien (Silxee), ministera Dargaggootaafi Ispoortii;

B. Daayireektaroota sadarkaa ministeraatti tajaajilan:
1.Beker Shalle (Oromoo), daayireektara Abbaa Taayitaa Galiiwwan Itoophiyaa
2. Getachew Reda (Tigraay), daayireektara dhimmoota Wolqunnamtii Mootummaa;
3. Yinager Dessie (Amaaraa), Komishinar Komishiinii karoora Biyyoolessaa;
4. Asmelash W. Sellasie (Tigraay), mataa Naamumsa Mootummaa.

No comments:
Post a Comment