Kaayyoon Koo Inni Guddaan Oddeeffannoo kennuufi Wantoota Barnootaaf Ta'aan Maaxansuudha.
Thursday, 8 March 2018
"Deebiin Ummataaf Bilisummaa Caalaa Kennuudha Malee Irraa Xinnee
"Deebiin Ummataaf Bilisummaa Caalaa Kennuudha Malee Irraa Xinneesuu Miti"
- VOA
WAASHINGITAN, DIISII —
Ministarri dhimma-alaa Yunaayitid Isteets – Reeks Tilarsan, Ministira haajaa alaa Itoophiyaa wajjin ta'uudhan ibsa harra Finfineetti kennan irratti rakkinaa fi jeequmsa biyyatti keessatti ummamaan laalchisee odeeffannoo mootummaa irraa aargaachuu beeksisan.
Haalli jiru, lubbuun namootaa darbuun, nu yaaddeessaa, an jedhaan ministirichi, deebii wanni ta'u, ummataaf bilisuummaa caalaa keenuudha malee irraa xinneessuu akka in taanee dubbataniiru.
No media source currently available
Xurree marsariitii
Karaa biraatiin cicha Yunaayitid Isteets Afrikaaf qabdu irra-deebi’anii mirkaneessuun dubbatanii jiran. Afrikaa ilaalchisuudhaan, jecha saffuu cabse ammaan dura Prezidaantiin Yunaayitid Isteets – Doonaald Traamp dubbatanii turan irratti qeeqawwan dhihaatanitti xumura gochuuf carraaqqii godhamu keessaa haasaan Tilersen kun tokko tahuu isaa tu dubbatama.
Subscribe to:
Posts (Atom)